Episode image

Sagantaa Hubannoo seeraa Dhimma Falmii cheekii waliin walqabateee kutaa 1ffaa

Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM

Episode   ·  0 Play

Episode  ·  57:19  ·  Jan 1, 2022

About

Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii?qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtanÜ Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u isaa ni hubattan hubattan.Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal akka ta’e ni bartanii?Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf ulaagaawwan barbaachisan maal fa’a ?Ü Himatamaan waraqaan waamichaa yeroo qaqqabu kallattiidhumaan raga ittisaa dhiyeeffata moo? miti? gaafii jeedhuuf hubannoo gadii fagaataa ta’e waan argattannif qophii kana hangaa xumuraattii dhaggefadhaa jechaa qophii kana jidduu jiddudhaan sirbbota boharti isinif uman akkanattii qindessinee isiniin genya. Nu Wajjin Tuuraa.tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa dhaggeffachuuf1. websaayiitii waajjira abbaa alangaa godina jiimmaa2. Apple podcast f3. Itune 4. BBC podcast5. Google podcast fayyadamuun 6. Marsaririlee podcast ittii tamsaafaman kan biroo fayyadamuun tamsaas kenya dhaggeffachuuf (jimmaa attorney fm jechuun google yoo gootan ykn fm mhaagj jechuun seatch yoo gootan tamsaasa kenya marsariitiilee 15 ol jiran jalatti ni argattuu.)Walin taanee hojimaataa waajjira kenyaa qaroomsuun dhaqqabamummaa kenya haa mirkanessiinuu jechaa hundii kessanuu ergaa kana fula facebook telegraamaa fi kkf irrattii sher gochuun tamsaasnii kenya nama hedduu biraan akka geettan isinif dhaamnaHasen Mh HassenAbbas Alangaa Godina Jimmaa.Jimmaa Oromia--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message

57m 19s  ·  Jan 1, 2022

© 2022 Spreaker (OG)